Oromiya Police young man reaction after jawar arrested by throwing the military clothes and became mad

Sabboonummaafii gootummaan poolisii kanaas du'aaf isa laateera! Dhugaan yoomuu ni qallatti malee hin cittu! Lubbii namaa du'a oolche ofii lubbuu isaa nuuf kennee du'e! Dhugaan kee hin badin! Lubbuunkee nagaan haa boqattu!😥  BY FENET GIRMA 23/08/2020Image may contain: one or more people and people standingImage may contain: one or more people and people standing


Mucaan suuraa isaa akka nama maraateetti argitan kun humna addaa poolisii oromiyaati

Gaafa Jawaarfaa Geddu Gala Aadaa Oromootti qabaman sana dabarsinee hin kenninu jedhee huccuu poolisummaa ofirraa baasee darbatee gate akka nama maraatee ta'e! Guyyaa sana rasaasa rukutamee du'e. Duuti Haacee fii qabamuun Jawaar oromoo hunda dhukkubseera.

Post a Comment

if you have any questions let me know

Previous Post Next Post